Quantcast
Channel: Gadaa.com-FinfinneTribune
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1073

Qeerroo: Hanqinni Jijjiirraa maallaqa biyya alaa haala olaanaadhaan Itoophiyaa mudachuun beekame

$
0
0

Sadaasa 3, 2014 Gabaasa Finfinnee

Mootummaan abbaa irree Wayyaanee olola guddina dinagdee fi Teknoolojii Guddinaa fi Tiraanisfoomeeshinii jedhamu qabachuudhaan baroota darbaniif uummata gowwoomsaa turuun ishee beekamaadha. Guddinni biyyattii haalaan akka dabale ololuudhaan jijjiirraan maallaqa biyya alaas gahaa akka tahe lallabaa turan. Jioota darbanii asitti jijjiirraan maallaqaa Baankii daldalaa Itoophiyaa keessaa dhibamuu irraa kan kae daladaltootni haala olaanaan rakkachaa jiraachuu irratti argamu. Mootummaan Wayyaanee kadhaa fi maqaa investimentiidhaan jijjiirraa maallaqa alaa argachaa kan turte biyyoottan alaa diddaa fi waamicha uummatni gochaa jiru irraa investimentiidhaaf duuba deebiaa akka jiru baramee jira.

- Qeerroo.org


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1073

Trending Articles